FB: Seenaa Abdissa

Haa ta’u malee Fulbaana 09, 2015 duula BBC World irratti banameen Afaan Oromoo hacuuccaa fi dhiibbaa irra ga’een afaan hojii mootummaa biyya tokkoo ta’uu baatus Afaan guddicha Gaanfa Afriikaa uummanni mil 40 ol ittiin walii galu waan ta’eef xiyyeeffannoon Afaan Oromoof laatamuu qaba mata duree jedhuun duula cimaa, hawwataa fi hirmaachisaa ta’etu ji’a tokkoo oliif karaa marsaa interneetii gaggeeffame. Duula kana irrattis sochii karaa gara garaa taasifameen mallattoon naannoo 40,000 ta’u deeggarsa kanaaf sassaabameera. Dhuma irrattis sochiin ilmaan Oromoo dammaqinaa fi tokkummaadhaan irratti hirmaatan milkaa’ee Afaan Oromoo afaanota tamsaasa haaraa BBC World ittiin jalqabuuf jedhu keessaa isa tokko ta’ee filameera. Ilmaan Oromoo dhimmi kun akka milkaa’uuf kallattii fi alkallattii dhaan irratti hirmaattan hojii seena qabeessa dalagdan waan ta’eef galatoomaa jechaa gara fuulduraattis dhimmoota kana fakkaatan irratti tokkummaa dhaan qooda wal fakkaata akka baanuun dhaamsa kooti. Waliigaltee fi tokkummaan jiraannaan wanti hin danda’amne hin jiru. Hunduu Ni Danda’ama!!!
Afaannii Afaan Oromoo dha
Awwaalamuu dide Hiddi isaa Jabaadha!!!
Awwaalamuu dide Hiddi isaa Jabaadha!!!
Viiiivaaa Ijoollee Oromoo Baga Gammaddan!!
BBC decided to start broadcasting in Afaan Oromo***************************************************************
Congratulations! Pending formal announcement, our sources have confirmed that the BBC Trust, the BBC Executive Board, and the Government of the United Kingdom have decided to start Broadcasting to Ethiopia and the Horn of Africa in Afaan Oromo, the single most widely spoken language in Ethiopia.
Congratulations! Pending formal announcement, our sources have confirmed that the BBC Trust, the BBC Executive Board, and the Government of the United Kingdom have decided to start Broadcasting to Ethiopia and the Horn of Africa in Afaan Oromo, the single most widely spoken language in Ethiopia.
Tigrigna and Amharic languages will also be part of the new proposed BBC medium and shortwave radio broadcast to Ethiopia and Eritrea. We thank the BBC Leadership and the Government of the United Kingdom for the decision and for heeding to the voice of tens of millions of our people.
The Afaan Oromo Global Coordinating Committee (AGCC) congratulates all Afaan Oromo speakers and supporters for the well-deserved success that mobilized our people and supporters from across the world in our petition drive to reach this goal.
Making Afaan Oromo the federal working language in Ethiopia on equal footing with Amharic will be the next major task in front of us.
The AGCC calls upon all Afaan Oromo speakers and supporters in Ethiopia and around the world to get mobilized in unison to create a more inclusive, federated and bilingual federal government institutions in Ethiopia, the municipalities of the charter cities of Addis Ababa and Dire Dawa.
Creating bilingual federal government structure by making Afaan Oromo an additional federal working language will allow Afaan Oromoo speakers to get unhindered access to all federal government employment, services, resources, information and opportunities by replacing the existing exclusionary and discriminatory monolingual language policy!!!
The Afaan Oromo Global Coordinating Committee (AGCC)
No comments:
Post a Comment