Friday, May 9, 2014

Videos: Oromo Communities Around the World Demonstrate against TPLF genocide

May 9, 2014, WASHINGTON, DC (VOA) — Hiriirri kun magaalaa Finfinnee magaalottii naannoo jiran kan Oromiyaa waliin wal qabsiisuuf master palan qopahaa’ee mormuu dhaan barattootaa fi uummata hiriira mormii geggeessu irratti tarkaanfii mootummaan fudhate mormuuf ture. Click More for Videos
Kanneen Washington DCtti hiriiran irraa xalayaa isaanii kan fuudhan ministrii haajaa alaa irraa itti gaafatamtuu deskii Itiyoopiyaa Vernelle Trim yoo ta’an kanneen maatii namoonni hiriira sana irratti duraa du’aniif gadda itti dhaga’ame ibsuu dhaan dhiittaa mirga namaa Itiyoopiyaa keessatti raawwatamaa jiru akka dhaabatuuf irratti hojjenna jedhan jechuu dhaan qindeessitoonni ibsaniiru. Hiriirri fakaataan kutaalee US garaa garaa dabalatee biyyoota kan akka Afriikaa kibbaa Germany, Netherlands, Asustrlia, Switzerland, Sweden, Yemen fi kanneen biroo keessatti
geggeeffameera.

Protest of Oromo Wellington, New Zeaand parliament 09/05/14
Oromo Community of British Columbia, Canada 09/05/14
oromo protest in the Hauge 09/05/14
Oromo community of Minnesota protesting at State Capitol 09/05/14
Demonstration against oromo massacre 2014 By ORO Tv OSLO Norway 09/05/14
Protests Oromo Cummunity in Toronto 09/05/14
Oromo protests in Calgary Canada 09/05/14
Hiriira Oromo Sweden 09/05/14
Oromo Community of Denver, Colorado 09/05/14
#Killings in Ethiopia outrage Edmonton, Canada 09/05/14
Oromo Protest in Phoenix, Arizona 09/05/14

No comments:

Post a Comment