
(Australia) Today I raised the plight of the Oromo community in State Parliament.
As many of you would know, recently, I attended the second Oromia Media Network Launch with Labor’s Candidate for the Federal Seat of Melbourne, Sophie Ismail.
The Oromo community are an ethnic group inhabiting Ethiopia, northern Kenya, and parts of Somalia.
With around 38 million members, they constitute the single largest ethnicity in Ethiopia
Interestingly, the capital of Ethiopia, Addis Abbaba, is surrounding by Oromia, which is one of nine ethnically based regional States in Ethiopia. The Oromo community have suffered years of oppression and deprivation in their home country.
Recently, the Ethiopian Government has sought to expand the capital into Oromia. This has prompted protests.
New York-based Human Rights Watch in an article in February of this year found that the Ethiopian Government has:
Security forces, including military personnel, have fatally shot scores of demonstrators. Thousands of people have been arrested and remain in detention without charge. While the frequency of protests appears to have decreased in the last few weeks, the crackdown continues.
These events are causing enormous distress in the Oromo community, many of whom live in my electorate.
I would ask that a peaceful solution be found and if necessary, ask that the United Nations become involved to find a peaceful solutions.
The establishment of the Oromia Media Network will play an incredibly important role for the Oromo community. Enabling the community to create their own economic wealth and their own cultural institutions will play a critic role in tackling discrimination. It will also help to strengthen the Oromo community.
I would also like to recognise the wonderful work performed by Yadata Saba in advocating on behalf of the Oromo community in my electorate.
Yadata’s commitment to his community is an inspiration.
https://www.facebook.com/naftanan.gadullo.5/videos/vb.100011143481250/177067426008039
#OromoProtests-(09.03.2016, #EndSlavery, Oromia) “Dozens of university students protested in Ethiopia’s capital on Tuesday, demanding an end to police crackdowns that followed months of demonstrations over plans to requisition farmland in the country’s Oromiya region late last year.”
Humnoonni Mootummaa Doormii Keenya Cabsanii Nu Haleelan Jedhu Barattoonni Yuniversitii Wallaggaa
WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Wallaggaa Bahaa magaalaa Naqamtee keessatti kan argamu University Wallaggaa keessatti kaleessa galgala humnootiin mootummaa doormii ijoollee cabsanii seenuu dhaan barattoota reebanii kaan isaanii akka hamaatti miidhamanii hospitaala Naqamtee keessatti wal’aanamaa kan jiran ta’uu barattoonni nuuf ibsanii jiru.
Erga Roobii darbee qabee barattoonni mormii isaanii bifa hiriiraan utuu hin taane gamtaan walitti dhufanii gaaffii isaanii waajjira Prezidaantii Yuniversitichaatti dhiyeeffataa turuu dubbatu.
Halkan edaa humnoonni mootummaa mana ciisicchaa ykn doormii keenya cabsanii nutti ol seenuu dhaan nu reebanii barattoota kaan gamoo sadaffaa irraa gara lafaatti gad darbataa turan jedhi barattoonni kun.
Gaaffii mirgaa kan akka mootummaan kun siriitti uummata hoogganaa hin jiru nu irraa haa ka’u, hidhaa fi dararaan nu irraa dhaabatu, naannoon Oromiyaa waraanaan hin bulu kanneen jedhan dhiyeeffachuu keenyaan nu hiraarsuu jedhan. Himannaa barattootaa kana gama mootummaan deebii argachuuf gara itti gaafatamaa nageenya bulchiinsa godinaa Wallaggaa bahaa obbo Badhaasaa Goobanaatti bilbillee ani naannoo waanan hin jiraanneef odeeffannoo kanaa hin qabu jedhan.
Angawoota naannoo ka biraan deebii yoo nuuf kennan gaafachuuf gara Itti gaafatamaa qorannaa yakkaa fi Murtii Haqaa godina wallaggaa bahaa Kommandar Margaa Garbiitti bilbillee bilbila erga kaasanii booda deebisanii cufan.
#Oromoprotest,Dhaamsa Baddannoo irraa dhufe ” Hidhamtootni mana hidhaa aanaa baddannoo yeroo adda addaatti erga warraaqsi ka’ee jalqabee lubbuun guyyaa guyyatti bahuu itti fufee jira. Awwaalcha dhoksaa kana keessatti gahee guddaa bahaa kan jiru seyfuudha(poolisa keessa, waj/darg fi sport) keessa nama hojjataa turee fi amma wMMD kan hojjatuudha. Afooshaa magaalaa keessa jiran irra deemee hakaafaa fi marashaa guuruun dhoksaan kan du’an milishaa fi agaaziin awwalamaa jiru. Kanaafuu hawaasni naannichaa eegumsa cimaa akka taasiftan, maatiin namni irraa hidhaman yeroo laalchaaf dhaqxan haala irra jiran adda baafattan malee callisaan akka hin galle hadaraa dhala keessaniif garaa hin jabaatinaa. Kan lubbuu namaa fixaa jiran irra caalatti ulee agaaziin erga laaffatan milishaa fi poolisa aanichaan itti qoosamaati kan uleen gatamaa jiran. Irra hedduun hidhamtootaa achii bahaniis jiruu irra du’umaatu dhihaataaf. Tumicha irratti tumichi guyyaa guyyaan dabalamaafiiti jiraa hawaasni birmadhaafi hadaraa. wallaansa geeffannee isiniif deebifna jedhaa bakka takkatti iyyaa dhala keenya du’a irraa nuuf baraaraa jenna.”
No comments:
Post a Comment