Tuesday, February 23, 2016

#OromoProtests – Continued, February 23, 2016

#‎OromoProtests‬-(23.02.2016, ‪#‎TPLFArmy‬, Oromia) This is a scene from the premises of Tikur Anbassa Hospital in Finfinnee today. The army brought in numerous “political prisoners”. They prevented the public to approach them.
================================
‪#‎BilisummaaOromoo‬- (23.02.2016, ‪#‎LoltuuWayyaanee‬, Oromiyaa) Suuraan kun Hospitaal Xiqur Ambassa keessaa har’a kan kaafamee dha. Raayyaan konkolaataa irraa mul’atu kun “hidhamtoota Siyaasaa” hedduu fe’anii geessan. Ummati akka achi hin dhiyaanne dhorkaa jiran

12745464_10207659675961659_7415702853720123584_n


አውቆ የተኛን ቢቀሰቅሱት ስለማይሰማ እንደነቀነቅነው ልንነቅለው ይገባል::
‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎EthiopianOppositionParties‬ ‪#‎Miniliksalsawi‬ ‪#‎EPRDF‬
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) – በኢትዮጵያ የኦሮሚያ ክልል ተቀጣጥሎ የሚገኘው የሕዝብ ተቃውሞ ለአገዛዙ ከባድ ፈተና ሆኖበታል:: የወያኔ አገዛዝ በአንድ ብሄር የበላይነት ሌሎች የኢትዮጵያ አካላት ብሄሮችን እያባሉ ለመኖር ለመግዛት ለመበዝበዝ ያደረገው ሂደት ተነቅቶበታል::ሕዝብ ሁሉን እያወቅን ዝም ስንል ሞኞች አይደለንም ጠላታችን አብሮን የኖረ ሕዝብ ሳይሆን አገዛዙ ነው በማለት ወያኔን ለመንቀል በተቃውሞ መነቅነቁ ላለፉት ሶስት ወራት እያየነው ሲሆን ትግሉ ላይቆም ቀጥሏል::
የወያኔ ስርኣት እስካልተወገደ ድረስ ሕዝቡ ወደ ቤቱ እንደማይመለስ አስረግጦ ተናግሯል::የተነቃነቀ ይወልቃል ይነቀላል::ሕዝቡን ማበረታታት ሁሉም በጋራ ለቀጣዩ ትግል እዲቆም ማድረግ የለውጥ ሃይሉ ግዴታ ነው::በኦሮሚያ ክልል የሚኖር ማንኛውም ኢትዮጵያዊ ትግሉን ሊቀላቀል ይገባል::የፖለቲካ ጫናው የኢኮኖሚው ተዘራፊ አካል መሆኑን መዘንጋት የለበትም::የኦሮሞ ሕዝብ ብቻ ሳይሆን በአጠቃላይ በኦሮሚያ ያሉ ነዋሪዎች የወያኔ ጭቆና ቀንበር በላያቸው ላይ የተጫነ እስከሆነ ድረስ በጋራ ከተቃውሞው በመቀላቀል የተጀመረው ትግል በእርከን ማደጉን እና ፍሬ ማፍራቱን በተግባር ማሳየት አለባቸው::በሃገር ቤት ይሁን በውጪ የሚገኙ የፖለቲካ ድርጅቶች በኦሮሚያ ክልል የተቀሰቀሰው ተቃውሞ አካል እና አስተባባሪ ሊሆኑ ይገባል::የተገኙት አጋጣሚዎች ወያኤን ለመጣል የማንጠቀምባቸው ከሆነ የሕዝብ እኩልነት እንደተደፈጠጥ አምባገነኖች እድሜያቸው እንደረዘመ ይኖራሉ::
የወያኔ ስርኣት የሕዝብን ተቃውሞ አትኩሮት እንዳያገኝ ለማድረግ ቢሞክርም አልተሳካለትም::የለውጥ ሃይሉ ደግሞ ትግሉ እንዲያድግ ማድረግ አለበት::የሕዝብ ልጆች ካለምንም መሪ ብሶታቸውን ይዘው አደባባይ በመውጣት መስዋትነት እየከፈሉ ይገኛል::የኦሮሞ ሕዝብ በሚከፍለው መስዋትነት ጥቂት ፖለቲከኞች እና ባለምላስ ታክቲክኞች ስልጣን ላይ ለመንጠልጠል ሲያሰፈስፉ ማየት ያማል::እንዲሁመስከመቼ ባለንበት እንቀጥላለ የሚለውን ልናስብበት ይገባል::ለነጻነት እና ልመብት እንታገላለን እስካልን ድረስ ስለ መቻቻል እና ስለ ሃገራዊ አጀንዳ ስንል ራሳችንን ምስበር አለብን::ካልሆነ ለጠላት ክፍተት መስጠት ነው::ወያኔ ይህን ክፍተት ስለሚያውቅ በአጀንዳ ጡዘቶች ሌላውን ወጥሮ በሃሰት እየተናጠ ድምጹን ያጠፋል::አውቆ የተኛን ቢቀሰቅሱት ስለማይሰማ እንደነቀነቅነው ልንነቅለው ይገባል:: ‪#‎ምንሊክሳልሳዊ‬‪‪
12743633_1687939018143961_2296054471337004280_n

#‎OromoProtests‬ Guyyaa har’aa Gurraandhala 23/2016 Walagga lixa magaalaa Begii keessatti FXG haala kaanan itti fufa jira. Alaabaa isaani Alabaa ABO Qabatanii dhichiisaa jiran!
begi

#‎BilisummaaOromoo‬- (23.02.2016. ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Maqaa namoota Arsii lixaa aanaa Gadab Asaasaa ganda Waqeenxaraa Burqituu keessatti ummata basaasuun Agaazii qabatanii ganda keessa deemuun dargagootaa fi jiraatoota hiraarsaa jiranii keessa:
1. Haaji Waaqoo Elemoo
2. Umar Godaanaa: Koree gandaa kan ta’e.
3. Kadiir Qishoo: Bulchiinsa magaala keessa hojjata
4. Kadir Nafagoo:Jaarsaa biyyaa
5. Ibraahim Hasan Elemoo
6. Ismaael Hasan Elemoo
Isaan armaan oli jiran kun dargagoo Hasichoo Heeboo Ilmii tumanii miidhaniiru Agazii waliin.
7. Usmaan Burqaa Amboomsaa
8. Bunaa Elemoo Jaarraa:Bulchiinsa gandaa kan durii
9. Huseen Jeylan Shola
10. Gamadaa Dafoo: Waajjira aadaa fi Turiizimii keessa kan hojjatu yoo ta’u yeroo ammaa Ganda Xiijoo Siree jedhamuutti Baasasuummaadhaan ramadamee dargagoo hedduu hidhatti guursisaa jira.
11. Shittaa Sabbooqaa Qumbii:Kaabinee Godina Arsii lixaa(Expartii Waajjira dhaabaa Zoonii) kan ta’ee dha. Namni kun yeroo ammaa maqaa dargagoota Godina Arsii lixaa Aanaa Gadab Asaasaa ganda xiijoo Qeerransaa mormii kaaftan jedhanii barreefatee gandoota keessa deemuun Agaazii qabsiisaa jira.
Qeerroon akka hubachiisetti, ergamtooti fi lukkeeleen diinaa kunneen gochaa diinummaa kana irraa hatattamaan dhaabbatuu qaban. Ta’uu baannaan tarkaafin keessa deebii hin qabne kan isaan irratti fudhatama!

‪#‎BilisummaaOromoo‬- (23.02.2016. ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Daandiin Oromiyaa Finfinnee kaasee gara Naqamtee deemu eegumsa cimaarra jira. Naannoo Giincitti sakattaan cimaan eegaa godhamee darbama; Amboo kaasee hanga Naqamteetti garuu patroliin eegamaa jira.
“Hojiin dhibnaan, hojii uumnekaa, hojii uumuun kana caalu jiraa?” jetti Qeerroon Bilisummaa!! ‪#‎OromooProtests‬.

‪Guraandhala 23/2016 Godina Lixa shaggar Aanaa Midaa Qanyiitti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa ‪#‎FXG‬ haalaan jabaachuun itti fufuun Manneen Barnootaa sadarkaa tokkooffaa fi Sadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina dabalatee warraaqsii haalaan jabaatee itti fufe. Alaabaan Mootummaa gabromsaa fi ergamtuu wayyaanee OPDO irree Qeerroo dargaggoota barattoota Oromoo Midaa Qanyiin Barbadeeffamee, alaabaan ABO guutummaa Aanaa Midaa Qanyii keessa dhaabama jira. Yeroo amma kana ganda Diddiksaa Amuumaa fi M/B ‪#‎Amuumaa‬ Inkee irraatti Warraaqsaa barattoota fi Qonnaan bultootaan gaggeeffamee alabaan ABO dhaabbachaa jira. uummatni bilisummaa labsaa jira. gutummaa gabaasa kanaan waraabbii fi suuraan deggarre isiniif dhiyeessina….
12140685_637934413011458_772489938359694868_n

#‎Oromoprotests‬ Please share this post with all your friends and be alert about Oromoprotests Feb 23/02/2016
Dhamsaa Hatatamaa kanaa wallif dabrsuun dirqamaa Oromumma dha.
Dhamsii hatataamaan kun lixaa Oromiyaa irraa amaa na gaheen arifaachiisaa wallif dabrsaa,Uumataa keenyaa kan Arsi,Baalee,Gujii,Hararge dhaaf nuf birmadhaa jedhuu Ergaa kanaa naf ergaan.
Warranii TPLF Gambbellaa irraa konkoolattotaa Gurggudoo 15 garaa Oromiyaa keessaa faacasuu dhaaf halaa duree mijjefataanii jiruu walkaan isaa garaa Arsi,fi bahaa oromiyaa Hararge deemaa kan jedhamuu karaa ykn dandii Baadallee irraa garaa Arjoottii deemaa jirtii warrii Naqqamtee,Siree,Guutee,Gedoo,Bakkoo,Ijaajjii,GabaaKamiisaa,Gudar,Amboo,Miixxee,Ginccii,Olonkoomii,Addis Alam,Holootaa,hangaa Burrayyuuttii jiduu Finfinee dandii jiruu hundaa akkaa cufaamuu Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa irraa dhamsaa arifaachiisaa kanaa dabrsserraa.
Iyyaa dabarsaa wayyaneen sanyii duggugaa nuraattii gessisaa jirtii kanaaf Nuttis waan qabnuu hundaa baay’ina keenaa fayyadamnee balaa nuraa gahaa jiruu kanaa toftaallee addaa addaan off irraa ittisu qabnaa!
warana

Soruce: SBO
Mormiin barattoota mana barumsaa sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaa Geedoo keessatti jalqabe babal’achuun mananneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi uummata magaalaa hirmachisuun gaggeeffamaa jira.
Ragaan qabatamaa yeroo ammaa Karchallee Amboorraa bahe akka mulísutti hidhamtoota nannoo 8000 achiitti hidhamanii turan keessaa yero amma achi keessa kan jiran hidhamtoota 1500 qofaa dha.
Hidhamtoonni 450 mana hidhaa godina addaa magaalaa Sabbataatti geeffamanii jiru.
Kanneen 400 ta’an immoo godinuma addaa magaalaa Burrayuutti geeffamanii jiru. Kanneen hafan garuu eessa akka jiran waanti beekamu hin jiru.
Bulchinsi mana mana hidhichaa nammoonni mana hidhaa cabsanii bahanii fi rasaasaan miidhaman akka hin jirre ummatatti waakkachaa jiru.
Ummanni fira isaa dhabee olii fi gadi rakkachaa jiru lakkoofsi isaa danuu dha.
12742469_573249702830089_6553592606967964553_n

‪#‎OromoProtests‬- (23.02.2016, ‪#‎OromoMartyrs‬, Oromia) This is body of Aziza Sh. Mahammed Safi who was killed by Agazi soldiers in, Baddano District, East Hararge Feb 22, 2016
========
‪#‎BilisummaaOromoo‬, (23.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Suuraa tana irratti tan agartan maqaan isii AZIIZAA Sh/ MOHAMMAD SAAFII jedhamti. Gaafa Guraandhala 22, 2016 Harargee Bahaa Aanaa Baddannootti waraana Agaaziin wareegamte
945849_1282095495150264_2309169786714689152_n

‪#‎BilisummaaOromoo‬, (23.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa fi Aanaa Ariyaa keessatti Warraaqsii Biyyooleessa Oromiyaa ‪#‎FXG‬’n Guraandhala 23/2016 jabaatee itti fufee gaggeeffama jira. Waraanni Agaazii Warraaqsaa kana dura dhaabbachuuf duula cimaa gochaa jira. Warraaqsaa uummata Oromoo Agazii mitii ‪#‎Magaaziin‬ iyyuu dhaabuu hin danda’u jechaa jiru.
12038200_10207659095947159_2390338268149213274_n

Mootummaan Gabroomfataan yeroo Maqaa ummata Mirga isaatiif Falmu ‪#‎Xureessaa_Saamtota‬ jedha
Umman ‪#‎Oromoo‬ garuu Saamtota ykn ‪#‎Qabeenya‬ isaanii irraa akka dhimma hin qabne Bifa kanaan itti Argisiisu
Umman #Oromoo kan fedhu ‪#‎Wolabummaa‬ Biyya isaatii fi ‪#‎Bilsummaa‬ Saba isaa barbaadu
1919344_10209062326059179_6956301104443698966_n

Guraandhala 23/2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aana Jaartee Jaardagaa Keessatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa ‪#‎FXG‬ haalaan itti fufee Magaalaa ‪#‎Aliiboo‬ keessatti finiinuun Alaabaan mootummaa garboonfataa fi Ergamtuu wayyaanee OPDO gubatee alaabaab ABO dhaabbatera. Goototni Dargaggootni Barattootni Oromoo fi uummata Oromoon FXG’ jabatee finiina jira
Magaalaa Haratoo keessattis Goototni Barattootni Oromoo M/B sadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina Yeroo amma kanatti Mooraa Mana Barumsaa keessatti Hiriiruun Waraana Agaazii Waliin Waldura dhaabbacha jiru, Gabaasaan itti fufa!!
horo

“Abbaan biyyaa ABO dha. Abbaan biyyaa ABO dha” Jedhu Goototi Oromoo Hararge Gaara Mullataa Aanaa BAddannoo/Gurraandhala 23,2016
Goototi Oromoo ilmaan murtii guutoo Guyyaa har’aa Gurraandhala 23, 2016 Hararge bahaa gaara Mullata aanaa Baddannoo magalaa Odaa Bishaani keysati hala kanaan itti jiran

Har’a Gurraandhala 23,2016 Qeerroon Bilisummaa Mana Barnoota Sadarkaa 2ffaa Wallagga Aayiiraa Baratan Mormii Cimaan Magaala Keessatti ABO Faarsaa Jiru.
ayira

Harargee A/Baddaannoo Ganda 42 Keessatti Alaabaan ABO Fannifamee Sirnaan Torban Lakkaawa Jira, FXG Lixa Oromiyaatti Itti Fufe‏

February 23, 2016
By Qeerroo
Gurraandhala 22,2016 Harargee aanaa Baaddanno ganda 42 keessatti Alaabaan ABO torban tokkoo oliif dhaabbilee barnootaa, waajjiraalee fi maaglota keessatti fannifamee jira. Gandoota kanneen keessaa gandi 16 tahu bulchiinsa wayyaanee jalaa of baasee jira. Kana booda mootumman wayyaanee uummata oromoo waliin jiraatuun soba tahuun yeroo ammaa ifaa ifatti hubatamee kanneen diina jala kaachuudhaan ilmaan oromoo miidhaa bahan gara itti goran dhabanii jiru.
Lixa oromiyaa wallagga bahaatti magaala Naqamtee mana barumsaa keesoo jedhamutti alaabaa federaalaa bbu’ee gubame alaaba keenya bakka bu’e fannifamee jira. Mana barumsaa Dargeettis alaabaan keenya fannifamee jira.
Bulchaa godina wallagga bahaa lubbuudhaan bahee jira. Manni jireenya isaa Qeerroodhaan burkutaa’ee jira. Waajjirri Gooxii garagaraa daaraa tahaa jira. Wayita kanatti FXG guddaatu gaggeeffamaa jira. Dhukaasni uummata nagaa irratti dhukaafamaa jira jedha Qeerroon.
Guyya lama dura Wallagga lixaa aanaa Warra Jirruu ganda Samboo Sadan jedhamutti dargaggoo Hordofaa Gammachuu jedhamu loltooti Wayyaanee rasaasaan rukuttee ajjeesuun ni yaadatama. Haaluma kanaan uummanni gara tarkaanfii fudhachuutti seenuun
– Kaabinoota wayyaanee magaalota keessaa manaa fi qabeenya isaanii gubuun ariyaa jiru
– Qabeenya Allaamuddiin yeroo dhagaa ijaarsaaf tolu san achirraa fe’uuf dhufutti konkolaataan isaa hojiin ala tahee jira. Uummanni yaa’ee
qabeenya isaa irrattis tarkaanfii deebii hin qabne fudhataa jira.
Wallaggaan Qelleem yeroo ammaa kanas itti fufee kan jiru FXG isaa humni waraanaa naanoo Gambeelaa irraa fe’amee dhufe magaala naannoo Dambi Doolloo fi Anfilloo buufatee jiraatuun Qeerroon gabaasee jira. FXG garuu itti fufeedhuma jira.

No comments:

Post a Comment