1. Moosisaa Lataa (teacher)
2. Baayisaa Dhaabaa (teacher)
3. Dhabbaa Kinfee (student)
4. Masarat Dachaa
5. Amaanuu Dachasaa
6. Shaaru Gutama
7. Lammeesaa Ergabus
8. Girmachoo Dilii
9. Obbo Lataa Hordofaa ( old man and farmer)
=========================
#BilisummaaOromoo-(29.01.2016, Hidhaa, Oromia) Diddaa fi Mormiin Oromoo dhaabuuf mootummaan Wayyaanee Oromoota hidhuu itti fufte.Namoonni armaan gadii kun kanneen poolisii federaalaan qabamii mana hidhaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti baatii tokko oliif dararamaa jiraniidha. Erga hidhamanii kaasee, nama seeraa (abukaatoo seeraa) isaaniif dubbatu tokko illle hin qaban.
1. Barsiisaa Moosisaa Lataa
2. Barsiisaa Baayisaa Dhaabaa
3. Barataa Dhabbaa Kinfee
4. Masarat Dachaa
5. Amaanuu Dachasaa
6. Shaaru Gutama
7. Lammeesaa Ergabus
8. Girmachoo Dilii
9. Obbo Lataa Hordofaa nama umuriin isaan guddaa dha.
Hidhaan falmaa hin dhaabu!!

No comments:
Post a Comment