Dararamni Oromoo mana hidhaa Wayyaanee keessaa umurii hin filatu

- Shibirree Mokonnon G/Yesus Umuriin waggaa 15
- Misgaanaa Oolgaa Dawoo umuriin waggaa 16
- Alamituu Fayyeraa Baayisaa umuriin waggaa 16
Haaluma wal fakkaataan namoonni armaa gadii ammoo qabamanii mana qajeelcha poolisaa godinaa irraa gara mana sirreessaa Go/Sh/Lixaatti darbuun himannaa fi murtii tokko malee dararamaa jirani. Sababa kana irraa ka’uun dhimma isaanii hordofachuu akka hin dandeenye ibsachuun nama dhimma isaanii hordofuuf bakka buufachuun ma/mu/walii gala Oromiyaatti iyyatanii hanga yoonaatti deebii sirnaa akka hin arganne maddeen mirkaneessu. Isaan kunis;
- Qana’aa Chuuchee Baalchaa
- Dhibbaa Tuuttashaa
- Caalumaa Simee Qumbii
- Abdataa Baatirii Barsiisaa
- Qananiisaa Raggaasaa Wayyeessaa
- Raffisaa Waaqshumee Dheeressaa
- Badhaasaa Sobbooqaa Miidheksaa
- Rabbirraa Aroomsaa Gitaa
- Guutamaa Disaasaa Fayyee
- Gazzaahany Iddoosaa Nugusee
- Mazgabuu Takilee Zawudee
- Caalaa Maandhessaa Nadhaa
- Gaashaaw Qana’aa Damee
- Mitikkuu Gammadaa Haroo
- Ayyaantuu Margaa Yaalii
- Abdii Baddeessaa Dhaabaa
- Baruudiin Shariif Ahmad
- Kadir Qamar Rashid
- Misgaanaa Tarreessaa Tasgaraa
- Alamuu Magarsaa Tolasaa
- Shunaa Dhugaa Dirribaa
- Wabii Xilahun Tafarraa
- Lataa Bayyanaa Maammoo
- Daani’eel Olaanaa Abdiisaa
- Daammanaa Girmaa Bayyanaa
- Raajii Baqsuu Yaadatee
- Waaqumaa Dhaabaa Dammaa
- Dajanee dhugumaa
No comments:
Post a Comment