By Gurmu Bantayehu | September 30, 2014
Hello America! Welcome to Ethiopia!!

A TPLF security officer brandishing and firing live bullets
What I saw on US TVs on Monday, September 29, 2014 is unbelievable but factual. I doubt that the world has ever experienced such barbaric act by an Embassy. It is the replica of the daily massacre being carried out in Ethiopia, now being shown to the World. It is Tigre modus operandiin Ambo and many places in Ethiopia. This is how Ethiopians are being treated daily by their government. The west would not admit it but this incident demonstrates graphically the daily butchery in a country closely nurtured by the West; a country where the rule of the jungle is the order of the day. It is exactly what Ethiopian asylum seekers are running away from; a fitting proof of the reasons for seeking asylum. The atrocities in Ethiopia, which the US government have been ignoring, is displayed in the US backyard, the capital city. As they say in the US, “ The chicken came home to roost”.



Artiin Oromoo guddisuu fi hojiilee isaanii ummatatti dhiyeessudhaan tattaaffiin taasisan mootummaa wayyaaneetiin dhiibbaan irra geessifamu hammatuurraa biyya abbaa isaanii dhiisanii baqachuuf dirqamuu artiist Amiin Huseeni fi Artist Mihrat Waldamaariyam (Haati Shumbee) gaaffii fi deebii SBO waliin taasisaniin ibsan.
Kora 38ffaa Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii(TBOJ)Fulbaana 14 bara 2014 Sa’a booda saatii 12:15 irraa egalee waaree booda amma saatii 18:30 magaalaa Frankfurt, galma Universitii Joon Volfigaang kessatti eggefame.
Fulbana, 13/2014, hawaasni oromoo biyyaa Sweden magaala Stockholm keessatti qophii kabaja ayyaana Irreechaa fi qophii gargaarsa Oromia Media Network (OMN) haala bareedan gaggeessan jiru. Qophii kana irratti hawaasni oromoo Sweden, Norway, fi Denmark irraa baaynaan irratti hirmatani jiru. Qophiin Ayyaanni Irreechaa, magalaa gudditti Sweden, Stockholm baka Lötsjö (Sundbyberge) jedhamutti sa’a 10:30 hanga 12:30 kan gaggeeffame yoo ta’u, itti aansudhaan aada Irreechaa fi barbaachisumaa aada oromoo guddisuu ilaalchisee, akkasumaas barbaachisumaa jarmiyaa haawaasa oromoo ilaalchisee barumsi fi mariin baldhaan gaggeeffame jira. Qophii kana irratti baachisummaa miidiyaa cimaa fi haala OMN ilaalchisee ibsi kennamee jira. Qophii kana milkeessudhaaf dubartoonni oromoo Stockholm jiran hirmaannaa guddaa godhani jiru. Qophii kana irraa galiin argamee hundi OMN akka oolu kan godhame yoo ta’u dabalataan OMN jabeesudhaaf hawaasni deeggarsa addaa godhee jira. Galgala guyyaa kanaa, Artist Hayluu Kitaabaa hawaasa gammachiisudhaan qophiin kun daran akka bareedu godhee jira.
September 10, 2014 (Advocacy For Oromia)
September 8, 2014, Nairobi (Human Rights Watch) – Soldiers from the African Union Mission in Somalia (AMISOM) have sexually abused and exploited vulnerable Somali women and girls on their bases in Mogadishu, Human Rights Watch said in a report released today. Troop-contributing countries, the African Union (AU), and donors to AMISOM should urgently address these abuses and strengthen procedures inside Somalia to seek justice.
