Saturday, June 28, 2014

Beeksisa Marsaa ABO ilaalchisee

Aasxaa ABO-8.25.13

Guyyaa gaafa Waxabajjii/June 27, 2014 irraa kaasee marsaan(Website) Dhaaba keenyaa kan ture www.oromoliberationfront.info jijjiiramuu fi ABO/OLFn kan dhimma itti hin baane ta’u isin beeksifna.
Gara fuula duraatti, Marsaa fi qunamtii ABO/OLF ilaalchisee ni labsina Oromiyaan ni bilisoomti!!
Dhugaasaa Bakakkoo
Hayyu Duree ABO
27 Waxabajjii 2014

No comments:

Post a Comment