Tuesday, March 10, 2015

Ethiopia: Digital Attacks Intensify

Spyware Firm Should Address Alleged Misuse
hrwMarch 9, 2015 (New York) – The Ethiopian government has renewed efforts to silence independent voices abroad by using apparent foreign spyware, Human Rights Watch said today. The Ethiopian authorities should immediately cease digital attacks on journalists, while foreign surveillance technology sellers should investigate alleged abuses linked to their products.
Independent researchers at the Toronto-based research center Citizen Lab on March 9, 2015, reported new attempts by Ethiopia to hack into computers and accounts of Ethiopian Satellite Television (ESAT) employees based in the United States. The attacks bear similarities to earlier attempts to target Ethiopian journalists outside Ethiopia dating back to December 2013. ESAT is an independent, diaspora-run television and radio station.

Sunday, March 8, 2015

SEENAA SOCHII QEERROO FI QABSOO OROMOO

Bitootessa 8, 2015
Ummanni Oromoo eega gabrummaa jalatti kufee, takkaa  gabarummaa fudhatee hin teenye. Karaa isaa dandahame hundaan kutaalee Oromiyaa hedduu keeysatti mootummaa gabroomfataa dura dhaabbachaa  turan. Fakkeenyaaf fincila ummanni Oromoo gaggeeysaa ture keeysaa garii yoo maqaa dhooyne sochiin fincila diddaa gabrummaa bara 1940-1942 keessa Oromoota Raayyaa fi Daawweetiin(walloo), bara 1960 keessa Oromoota Baaleetiin gaggeeffamaa turuu seenaan ni ibsa. Keessaahuu fincilli diddaa gabrummaa kan Oromoonni Baalee bara 1962 hamma bara 1968 keessa gaggeeysaa turan kan seenaan yoomuu  dagatuu miti. Wareegamni isaan baasaniis seenaan ni yaadata.
Karaa Bahaatiin sochiin Afran qalloo Afaanii fi Aadaa Oromoo guddisuuf hujiin isaan hojjatan seenaan galmeesseera. Sabboontoonni sochii Afran qalloo gaggeeysaa turan mootummaa Hayla sillaasee fi mootummaa Dargiitiin hidhamuu, Ajjeefamuu  fi biyya itti dhalatan tan akkaan jaalatan dhiisanii jireenya baqatummaa mudataniis danuudha. Karaa Oromiyaa jiddu galeeysaa fi dhihaatiin sochiin Waldayni wal-gargaarsa Maccaa fi Tuulamaa gaggeeysaa turees seenaa qabsoo Oromoo keeysatti bakka ol’aana qaba. Miseensoonni waldaya kanaa gariin mootummoota Haylasillaasee fi Dargitiin hidhamuu, ajjeeffamuu fi biyyarraa arihamuu mudateenii ture.

Friday, March 6, 2015

FDG Manneen Barnootaa Lixa Shaggar Keessatti Itti Fufe,Suuraan Sabboontota Ebala 2014 Wareegamaniis Raabsamaa Oole.

Odeessa Qeerroo Amboo, Bitootessa 5,2015
Lixha Shaggar Manneen Barnootaa Future Generetion fi mana barumsaa Ayyoomee 01 akkasumas Liiban Maccaa Sadarkaa 2ffaan FDG Itti Fufe. Magaalaa Ambootti Ammoo Suuraan Sabboontota Ebla 2014 Wareegamanii uumataaf raabsamaa fi faca’aa oole.
Kana malees akka Lixa Shaggar, aanaalee fi magaalota keessatti guyyaa lama dura barattootni kanneen akka Midaa Qany, Geeddoo, Xiqur Incinnii fi kkf barumsa dhaabuun yaadannoo sabboontota wareegameef taasisanii jiru, haalli kun itti fufuudhaan har’a akka odeessi Qeerroo magaala Amboo irraa addeessutti suuraan barattoota bara darbe Ebla 11/2015 kaasee magaala Amboo fi waluma gala godina Shgar  lixaa keessatti gaaffii mirgaa gaafataniin wareegaman mara suuraa isaani bittimsuun, baachuudhaan barattootni
olii gadi sochii taasisaa turan akkasuma:

Thursday, March 5, 2015

Statement of the Executive Committee of the Oromo Liberation Front (OLF)

Aasxaa ABO-8.25.13

March 5, 2015
The Executive Committee (EC) of the Oromo Liberation Front (OLF) held its meeting from February 19th to 23rd, 2015. This meeting was the first for the newly formed Executive Committee at the reunification of the two groups – OLF Shanee Gimii and OLF-Transitional Authority.
At this meeting, detailed report and analysis on the general situation of the Oromo people’s liberation struggle and the Oromo masses, the situation of the regime and the region as a whole was presented by the OLF Chairman. In addition, the heads of the various departments reported on activities of their departments. Likewise the chairman of the Coordinating Committee of the planed National Congress has presented detailed report on the progress of the work of the Committee. The meeting has thoroughly assessed the various reports and passed relevant decisions.

Wednesday, March 4, 2015

Oromia Forests Set on Fire

March 4, 2015
11026678_391793040989893_703600332_n
Galema forest in Chilalo on fire
Bitootessa 02, 2015 kaasee bineensotaaf qabeenya uumamaa bosona Cilaaloo godina Arsii keessatti argamu abiddaan gubuun barbade’e !

Tuesday, March 3, 2015

Appeal Letter of Oromo Students of Jimma University

qeerroo-edit


                                                   ToThe Administration of Jimma University    
March 2, 2015, Jimma (qeerroo) — We, the Oromo students of Jimma University, are deeply disturbed by the multifaceted repression, subjugation, political marginalization, economic exploitation, and mass and indiscriminate killings that the Oromo people are subjected to by the current TPLF/EPRDF government and profoundly distressed by the endless insults, harassment and humiliations we are facing from the remnants of the old and neo-nafxanyas (gun carriers who settled on our land by force) here in our university and in the Ethiopian empire at large. To add insult to our injury, Abay Tsehaye, one of the prominent leaders of the Ethiopian regime and one of the founders of the Tigrean People’s Liberation Front (TPLF), has demonstrated his contempt of the Oromo people by his current provocative and inflammatory remark. It has been exposed on several independent media outlets that Abay Tsehaye arrogantly stated that, the so-called Addis Ababa Master Plan, which was met with fierce opposition from the Oromo public, “will be realized whether you like it or not” and bragged that anyone who opposes the Master Plan “will face severe punishment.” Basically, this Tigrean chief, who is currently serving as the “advisor” of the TPLF-led government, undermining the power of the people, arrogantly stated that the Oromo people have no right to oppose the evil plan that the Tigrean led Ethiopian regime has put forward.

Tedros Adhanom caught in $20 million teen prize scandal

-Government of Australia and Rotary Foundation deny funding teenager
By Abebe Gellaw
beritu and family 1March 2, 2015 (Addis Voice) The Foreign Minister of Ethiopia has been caught in an explosive web of lies with a schoolgirl as the Government of Australia and the Rotary Foundation have denied giving 20 million Australian dollars to a 14-year old teenager, whom the nation’s “top diplomat” publicly praised and endorsed as an “exemplary philanthropist” and claimed her to be the winner of an unnamed “international prize”.
The Ethiopian-Australian girl, Beritu Jaleta Ahmed, claimed last week in a joint press conference with Dr. Tedros Adhanom in his own office that she was ready to build a school in Ethiopia with the 20 million Australian dollars that she won in a student competition held at her school in Melbourne. According to her, the prize money was jointly funded by the Australian Government and the Rotary Club of Australia [sic].
But Baden Powell College’s leadership, who knew nothing about the the competition or the prize, have already referred the matter to Victoria Police for investigation, Addis Voice has learnt. The public school that takes students from prep to 9th grade is dominated by students from immigrant families. It has around 1800 students, 180 staff and 50 volunteers. It gets an annual budget of around 12 million Australian dollars from the coffers of the Victoria Department of Education.

Sunday, March 1, 2015

Oromos face chilling oppression in Ethiopia

By Debasish Mitra
21_4_2014_9_31_2
Debasish Mitra
February 28, 2015 (Times of Oman) — In Ethiopia they live like animals, relentlessly persecuted, hunted down like games, killed at will and incarcerated en masse. No mercy is shown even to women and children. They are the Oromos — the largest ethnic group, the most marginalised in Ethiopia and arguably one among the most oppressed people in our planet. Despite their numerical majority, the Oromos, much like the Palestinians, are facing xenophobic oppression.
Amnesty International’s report on the state of existence of the Oromos, published last year, has been damning. It painted a chilling picture of the brutality unleashed by Ethiopian government on the hapless community to which the country’s President, Mulatu Teshome, belongs. The rights group, based in London, said: “At least 5,000 Oromos have been arrested based on their actual or suspected peaceful opposition to the government”. And most of them have been “subjected to treatment amounting to torture and other cruel, inhuman or degrading treatment”.

IBSA WALGAHII KHR-ABO

Aasxaa ABO-8.25.13

Gurraandhala 28, 2015
Koreen Hoji-raawwachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo Guraandhala 19 – 23, 2015tti  teessuma qabaate. Erga ABOn tokkoomee walgahiin akkasii tahuuf kun kan duraa tahuun walgahicha seensa-qabeessa taasisa.
Shaneen Gumii ABO, Qaamni Cehumsaa ABO fi Koreen Yeroo ABO guutuutti tokkoomanii gaaddisa tokkicha jalatti walmarihachuun murtiilee qabsoo keenya jarjarsaa dabarsuu danda’uu fi waliin hojiitti hiikuuf waliifgaluun mooraa qabsichaa keessatti danboobaa fi seexaa eda’eera.
Wanneen yammuu tokkoomne fuula duratti raawwachuuf murteeffannee turres hojiitti hiikuuf walgahiin kun haala aanjesseera. Tokkummaan humnoota qabsoo bilisummaa Oromoo daran akka dagaaguf qajeelfamni Gumiin Sabaa ABO lafa kaa’e itti fufee kan hojiitti hiikamuuf dalagamu tahuunis irratti waliifgalame.