Thursday, June 26, 2014
Abduction, simply for being born Oromo
These two young students are only few of TPLF’s systematic forced removal of ethnic Oromo intellectuals

Ethiopian Security Forces Arrest Dozens of Civilians in Degahbur
By Ahmed Abdi | June 26, 2014
Abdi Iley reappointed infamous Omar Gamble as the Police commissioner immediately after the administration had been sustained heavy assaults by the ONLF in a bid to strike the town residents with an iron fist.
“I have seen at least 50 people that the security forces arrested and loaded on pickup trucks,” said an eyewitness who asked not to be identified.
Mootummaan Wayyaanee Gaazexeessitoota STVO 16 Oduu fi Dokumentarii Dharaa Dubbisuu,Dhiyeessuu Dhabuu Irraa Kan Ka’e Qorannaa Hamaan Booda Hojii Irraa Dhorke
Waxabajjii 26, 2014, Finfinnee (Qeerroo) — Mootummaan Wayyaanee bara dhufaa darbu mara Olola dharaa keessumaa ammo Raadiyoo fi Television mataa isaaf dhaabbateen dhimma bahuun ilmaan Oromoo afaanfaajjessaa, Ololaa fi Dokumentarii dharaa qopheessuudhaan bittaa Umrii isaa dheeressuuf hojjechaa ture. Gaazexeessitootni Raadiyoo fi Televiizyinii Itoophiyaas tahe Oromiyaa dhugaa argan Uummataaf himuu irra dhugaa irraa dabsuun oduu dharaa Uummataaf gabaasuu dirqamu. Sagantaan Raadiyoo fi Televiizyinii Oromiyaa dhimma Uummata Oromoo, aadaa fi duudhaa Oromoo guddisuuf dhaabbate jedhamee lallabamaa ture dhugaa Uummataa dhaloota isaa irraa kaasee osoo hin baasiin as gahe.Hojjettootni Dhaabbata kanaa yeroo mara oduu dharaa dubbisuun seenaa xuraawaa dibachuu hin barbaadne, Kan seenaan uummata Oromoo akka ukkaamamu hin barbaadne gaazexeessitootni STVO hedduumminaan Mormii dhageessisuu fi oduu dharaa hin dubbisnu jechuun wayita gaafatanitti mootummaan Wayyaanee dirqama isinitti kenname hojjettu malee kaan dubbachuu mirga hin qabdan jechuun gaazexeessitoota ilmaan Oromoo qorannaan rakkisaa turuu irraan darbee hojii irraa arii’ee jira. Gaazexeessitootni kunneen Fincila keessatti hirmaannaa qabdu, Uffata gaddaa uffattanii jirtan, dirqama keessan seeraan bahaa hin jirtan jedhamuun kan hojii irraa dhorkaman yoommuu tahu isaanis
Tuesday, June 24, 2014
The Name of the Abominable Crime is Politicide
The Mass Massacre & Imprisonment of ORA Orphans – Wallaga 1992-93
By Mekuria Bulcha | June 21, 2014
“…. many of us lost our parents and relatives and were cared for by the Oromo Relief Association (ORA) for our survival and wellbeing. With the support of the international community and Oromos abroad, some 1,700 of us have been taken care of in exile in the Blue Nile Province of the Sudan. … The ORA gave us the chance to survive” (from a letter by “Raagaa”, one of the ORA children 1993).
“The life of those of us who did not experience the sweet love of parents, but had known only an organization [ORA] was devastated when the organization collapsed; we were left alone without relations. There are many who shared my misfortune; regrettably the whereabouts of many of them remains a mystery” (from an interview by the author with another former ORA child, Leensaa, March 2014).
“We appeal to you to do all you can to shed light upon the fate of the more than 1,600 children from ORA camp in Kobor. Where are Sagantaa Useen, Tolina Waaqjiraa and Duulaa Tafarra and all others?” (from a letter sent by the teachers and pupils of Heinrich-Goebel-Realschule to Dr. Klaus Kinkel, German Minister of Foreign Affairs, November 2, 1992)
Aid donors announce investigation into tribal evictions in Ethiopia
Bulldozers clearing Mursi land in Mago National Park, where communities are being evicted from their land to make way for sugar plantations
June 24, 2014 (Survival International) — Representatives of some of Ethiopia’s biggest aid donors have announced that they will send a team to the southwest of the country to investigate persistent reports of human rights abuses amongst the tribes living there.
Survival International, the global movement for tribal peoples’ rights, has exposed how the tribal people of the Lower Omo Valley are being persecuted and harassed to force them off their land to make way for cotton, oil palm and sugar cane plantations.
Many other organizations have published similar reports.
The plantations are made possible by the Gibe III hydroelectric dam, which is itself the subject of huge controversy.
The Rise and an Imminent Fall of a Minority Regime-TPLF
(The Tigrean People’s Liberation Front)
By David Makuria | June 24, 2014
Western democracy is built on the principles of a majority rule while respecting minorities’ rights. This norm is nowhere more evident than the United States of America. Although the Greeks have a legitimate claim to be the oldest democracy in some form, currently, the United States can claim the guardianship of modern democracy. This is not to say other Western democracies have no equal claim of their own. The theme of this article is not to compare Western democracies, but rather, to draw some parallels to show the genesis and demise, the political representation and lack thereof in the current political discourse in Ethiopia. The emergence of the current Ethiopian regime in the national political arena in 1991 is no accident in that citizens of Ethiopia had enough with the previous military junta, the Derg. It is after this change in people’s attitude that the current regime marched to the capital, Addis Abeba without much resistance. It does not; however, appear that the TPLF regime recognizes this reality on the ground. Once they occupied the Arat Kilo Palace, they have done everything to maintain their control on power without paying due regard to citizens interest. Yet, there are numerous signs that power is slipping away from this regime.
Monday, June 23, 2014
SNR on Woyyaane Demonstration Drama in Ambo; 2nd time #OromoProtests in Oslo
| Seife Nebelbal Radio – Woyyaane demonstration drama in Ambo, June 23 | Second time Oromoprotest in Oslo solidarity with Oromo Students on June 18, 2014 |
Wayyaaneen Shira Marsaa 3ffaa Magaalaa Amboo Irratti Gaggeessuuf Yaaleen Uummata Oromoo magaalaa Amboo fi dargaggoota Oromoon Fashale
Waxabajjii 22,2014 (qeerroo) - Mootummaan Wayyaanee olola afaan faajjii uumuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa uummaanni Oromoo gaafachaa ture dhabamsiisuuf ykn sagaleen uumata cunqurfamaa akka hin dhagahameef jecha meeshaa waraanaa fi human waraanaan uumata nagaa goolaa fi jeeqaa jira.
Haala kanaan guyyaa har’aa FDG Lixa Shawaa Amboo gara dabarsuuf jecha uumata humnaan dirqisiisee karaa dabballoota isaa hiriira deggersa mootummaa wayyaanee akka bahamu yaalii gochaa ture. Hiriira humnaan dirqisiisee uummataa fi dabballoota isaa baasuun shira dalaguuf baajata guddaa fi humna waraanaa guddaa bobbaasuun shirri diinummaa magaalaa Amboo irratti gaggeeffamuuf sochii guddaa godhee ture sun diddaa uummataa fi dura dhaabbannaa dargaggoota Oromootiin waan Wayyaanee fi aangawoonni isaanii barbaadan jalaa fashalee jira.
Saturday, June 21, 2014
OromoProtests: Rally in Brussels in front of European Parliament
Gadaa.com Waxabajjii/June 21, 2014
Here’s the coverage of the rally by the DW/German radio (Amharic)
Gumaan Barattoota Oromoo Milishuu Mallasaa fi Bilisummaa Lammii Tarkaanfii Boonsaa Humni Addaa WBO Baha Shawaa Keessatti Fudhateen Baafame
Waxabajjii 21, 2014
Waxabajjii 19, 2014 Humni Addaa WBO miseensota Koree basaasota wayyaanee namoota 15 of jalaa qabu iccitiidhaan ijaaramuun Baha Shawaa (Adaamaa, Bushooftuu, Mojoo, Hoolancitii) fi manneen barnootaa godinicha keessa jiran keessatti barattoota Oromoo fi sabboontota Oromoo basaasuun akka ajjeefaman, hidhamanii fi dararaman hoggana kennaa turan galgala keessaa sa’aa 8:25 irratti tarkaanfii magaalaa Hoolancitii keessatti basaasota korichaa kan damee Adaamaa walgahii dhoksaa geggeeffataa turan irratti fudhateen 3 battalumatti ajjeesuun gumaa barattoota Oromoo Milishuu Mallasaa fi Bilisummaa Lammii Caamsaa 16, 2014 magaalaa Adaamaa keessatti koree kanaan ajjeefamanii baasuu isaa oduun SBO dhaqqabe mirkaneesseera.
Subscribe to:
Posts (Atom)