January 31, 2015


Oromiyaan ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii fi eenyumaan saanii dimshaashumatt akka lamuu seenaa keessatt sabummaa hin himannef haqamaa turani. Jeequmsa 1960ootaaf kaasaa kan tahan tuqaalee kana turani. Caalatt badaa kan ta’e, ummata tokko tahun saanii fakkeessaaf erga barameefiillee, qoteebulaa lafa saa irraa buqqisanii “investor” sabgidduu fi naannaa kan lafaaf bishaan haddhaan faalanii fi bosona fanfana malee cagadanitt gurgrachuun ariitii guddaaan gaggeeffamaa jirachuu dha. |



January 22, 2015, Nairobi (Human Rights Watch) – The Ethiopian government’s systematic repression of independent media has created a bleak landscape for free expression ahead of the May 2015 general elections, Human Rights Watch said in a report released today. In the past year, six privately owned publications closed after government harassment; at least 22 journalists, bloggers, and publishers were criminally charged, and more than 30 journalists fled the country in fear of being arrested under repressive laws.


| TV Oromiyaa MT Kabajaa Guyyaa Ayyaana WBO Konyaa BC | World media reports on Oromo protests collected altogether OromoProtestes |



Bakka bu,oonni jaarmayaa ABO Kutaa Afrikaa Kibbaa konyaalee garaagaraa kan akka Konyaa Cape town,Konyaa Mpumalanga,Konyaa Gauteng fi Konyaa Zulu Nata irraa irratti argamuun dhaamsa fi yaada isaanii kan QBO gabbisuu fi jabeeysu dabarfatan.
Yeroo ammaa haalli hamaan ummanni keenya biyya isaa Oromiyaa keessatti mudachaa jiru himamee kan hin dhumne tahuus haala sukaneessa akka tahe beekamaa dha. Ummanni Oromoo biyya isaa keessatti mirga abbaa biyyummaa dhaabee, lafaa fi qabeenyi isaa akka malee saamamee, badii takkan maletti hidhamaa fi ajjeefamaa jira. Ajjeechaan jumulaa ummata Oromoo irratti mootummaa TPLF (EPDRF)n tooftaa dhoksaan raawatamaa jira. Barattoonni Oromoo waan gaaffii mirgaa gaafataniif, mana barnoota sadarkaa adda addaatti fi universitooata keeysatti rasaasan ajeefamaa fi hidhamanii gochaan garajabinaa ilma namaarratti hin raawwatamne irratti hojjatamaa jira.
Qeerroo Bilisummaa is pleased to announce the publication a new book summarizing the 2013-2014 activities of Qeerroo and the historical Oromo student movement of April/May 2014. It is distributed around the world. The book, authored by an Oromo scholar Daandii Qajeelaa, entitled “A Chronological Summary of Oromian Student Movement led by Qeerroo Bilisummaa”.
January 6, 2015 (BBC) — The construction of a huge dam in Ethiopia and the introduction of large-scale agricultural businesses has been controversial – finding out what local people think can be hard, but with the help of a bottle of rum nothing is impossible.
Since the March-April 2014 crackdowns against the peaceful Oromo protesters who have protested against the Ethiopian Federal Government’s plan of annexation of 36 small Oromia towns to the capital city of Addis Ababa under the pretext of the “Addis Ababa Integrated Plan”, thousands of Oromo nationals from all walks of life from all corners of Oromia regional state including Wollo Oromo’s in Amhara regional state have been detained or imprisoned. Some have disappeared and many have been murdered by a special commando group called “the Agiazi force”. The “The Agiazi” force is still chasing down and arresting Oromo nationals who participated in the March-April, 2014 peaceful protests. Fearing the persecution of the Ethiopian government, hundreds of students did not return to the universities, colleges and high schools; most of them have left for the neighboring states of Somaliland and Puntiland of Somalia where they remain at high risk for their safety. Wollo Oromos who are living in Ahmara regional state of Oromia special Zone are also among the victims of the EPRDF government. Hundreds of Wollo Oromos have been detained because of their connection with the peaceful protests of March-April 2014. The EPRDF government has detained many Oromo nationals in Wollo Oromia special Zone under the pretext of being members or supporters of the Oromo Liberation Front (OLF), as prisoners’ voices from Dessie/Wollo prison have revealed.
Guyyaan WBO naannoo Awustraaliyaa, magaalaa Melboorni keessatti bakka hogganootni ABO, miseensotni fi hawaasni Oromoo heddumminaan irratti argamanitti guyyaa Amajjii 3, bara 2015 sirna ho’aan kabajamee ooleera. Qindoomina ABO konyaa Viiktooriyaatiin sagantaan qophaawe kun kan eegalame eebba manguddootaan, wareegamtoota yaadachuun fi faaruu alaabaani dha.
The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) held, over the past three weeks, public meetings with members of Oromo Communities in four cities of Canada and discussed human rights issues in the Horn of Africa in general and in Ethiopia in Particular. The Oromo communities involved were those of Toronto/Ontario, Edmonton & Calgary/Alberta and Winnipeg/Manitoba; and the major topic of discussion at all the four public meetings was the unabated gross human rights violations by the different regimes of the Ethiopian Government for over a century, with particular focus on what have been happening in the past twenty years under the current TPLF/EPRDF government.